Explore tweets tagged as #Irreecha2018
🇪🇹: Oromia Region Chief Administrator thanked stakeholders for peaceful and colorful celebration of Harsade Irreecha festival #Irreecha2018 | #Irreecha2025 | #OromoThanksgiving | #Culture | #Ethiopia
https://t.co/WI47BzdFL9
0
2
9
��ሀገራችን የቱሪዝም እድገት ጉልህ ሚና እየተጫወተ የሚገኘው የኢሬቻ በዓል!! #irechapark
#aa_prosperity
#Hora_Finfinnee
#Irreecha2018
2
4
17
Baga Ayyaanaa Irreechaa bara 2018 geettan. Irreechi sirna galateeffannaa ummanni Oromoo kabajaafi ulfina Waaqaaf qabu kan ittiin ibsatuudha. Oromoon uumama qabatee uumaa isaa galateeffata. Irreecha2018
0
1
3
በኮሪደር እና በወንዝ ዳርቻዎች ልማት ያማረችዉ አዲስ አበባችን ለአደባባይ ክብረ በዓላት፣ ለበዓሉ ታዳሚያንና ከመላዉ ዓለም ለሚመጡ ቱሪስቶች ተጨማሪ ድምቀት እና ምቾት ሆናለች ። #irechapark
#aa_prosperity
#Hora_Finfinnee
#Irreecha2018
0
2
4
We wish a happy and joyful #Irreechaa festivity to everyone celebrating. May this festival bring peace and happiness to your lives! Baga Ayyaana Irreecha Bara 2018'f nagaan isin gahe! #GermanyinEthiopia #Irreecha2018 #Culture
3
4
10
የባህላችን ህዳሴ!! የሀዳ ስንቄዎች በእሬቻ በአል ! Haadholii Siinqee!! #aa_prosperity
#irechapark
#Hora_Finfinnee
#Irreecha2018
0
0
9
Irreecha Olka’iinsaa Biyyaatiif! ***** Sirni Irreeffannaa Hora Finfinnee, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqeetiifi kutaalee hawaasaa garaagaraan haala dhuudhaa isaa eeggateen geggeeffame. #Irreecha2018 #Oromiyaa #Itoophiyaa #Badhaadhina
0
0
8
በኮሪደር እና የወንዝ ዳርቻዎች ልማት እጅግ ዉብ ሆኖ የተሰራዉ የኢሬቻ ፓርክ! #aa_prosperity
#Hora_Finfinnee #ኢሬቻ #Irreecha
#Irrecha #Irreecha2018
0
20
38
Irreecha Ol Ka’iinsa Biyyaaf! Irreechi sirna galateeffannaa Waaqaaf ittiin ibsatuudha. Oromoon uumama qabatee uumaa isaa galateeffata.Guyyaa Ummanni Malkaa, Horaafi Tulluutti bahuun araara, dhiifama, hawwii, milkii gaarii, nageenyaafi badhaadhina itti lallabuudha. #Irreecha2018
0
0
3
Fooramii Irreechaa 7ffaan mata duree “Irreechaa Olka’iinsaa Biyyaatiif!” Jedhuun magaalaa Bishooftuutti geggeeffamaa jira. Fooramii kanarratti Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee keessummoonni garaagara argamaniiru. #Irreecha2018
0
1
7
የኢሬቻ አከባበር እና ድምቀት ልዩ አጋጣሚን እንዳስመለከታቸው በሆረ ፊንፊኔ የኢሬቻ በአል ላይ የታደሙ እንግዶች ትናግረዋል!! #aa_prosperity
#Hora_Finfinnee
#Irreecha2018 #irechapark
#Ethiopia #addisababa
1
3
12
“አዲሷ አዲስ አበባ እና የ2018 ሆረ ፊንፊኔ ኢሬቻ ዋዜማ በዓል ድባብ ፣በፎቶ:- #irreecha2018
#addisababa
#Ethiopia #ኢሬቻ #Irrecha #fraternity
#Irrecha #Irreecha2018 #fraternity. #Irrecha #Olka’inssa Biyyaafi #Irrecha#For National Leap up #ኢሬቻ#ለሀገር ማንሰራራት
0
0
1
Irreechaa Olka’iinsaa Biyyaatiif! Baga jalbultii Ayyaanaa Irreechaa bara 2018 nagaan geettan! #Irreecha2018
0
0
4
Representatives of various ethnicities across #Ethiopia also attended today's #irreecha2018 Hora Finfinne festival in Addis Ababa 1/2
3
12
37
Irreecha Ol Ka'iinsa Biyyaaf! Ireeecha bara 2018 milkiin kabajuuf qophiin xumuramee jira. Iddoon kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee Doloolloo Buddeenaa miidhagina addaa goonfatee hirmaattota ayyaanichaa eeggataa jira. #Irreecha2018
2
3
24
0
0
1
The Oromo Community of the Greater Washington DC metro area celebrating #Irreecha2018 at Lake Artemesia Natural Area in MD
1
2
11