OromiaPParty Profile Banner
Oromia Prosperity Party / OPP / Profile
Oromia Prosperity Party / OPP /

@OromiaPParty

Followers
10K
Following
113
Media
657
Statuses
837

This is the official twitter account of Oromia Prosperity Party. committed to realize Ethiopia's Prosperity

Ethiopia
Joined August 2022
Don't wanna be here? Send us removal request.
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
6 hours
Misooma kooliidarii Bishooftuu fi Irreecha Hora Harsadee mallattoo imala olka'iinsaa keenya!
0
0
6
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
6 hours
Imala ol-ka'iinsaa jalqabneen biyya fakkeenya Badhaadhinaa taate ijaarra.Barri 2018 bara jalaqabbii imala olka'iinsaati. Piroojaktiiwwan adeemsaan fakkeenyummaa Badhaadhinaa keenya mirkaneessan eebbisnee jalqabne. https://t.co/HSvyofJLY5
Tweet card summary image
facebook.com
Imala ol-ka'iinsaa jalqabneen biyya fakkeenya Badhaadhinaa taate ijaarra.Barri 2018 bara jalaqabbii imala olka'iinsaati. Piroojaktiiwwan adeemsaan fakkeenyummaa Badhaadhinaa keenya mirkaneessan...
0
2
2
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
2 days
Irreecha: Waltajjii Miidhaginaa Sabootaa fi Sablammootaa!
1
9
27
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
2 days
Irreecha- Ibsituu Miidhagina Oromummaa
2
2
15
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
2 days
Irreecha Ol Ka'iinsa Biyyaaf!
0
4
18
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreechi Hora Finfinnee 2018 https://t.co/e9IkGxKrVg
0
0
0
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Abbootiin Gadaa, haadholiin siinqeee, fi miseensonni gumii abbootii gadaa imala gara Hora malkaa finfinneef qophaa'aniiru.
0
1
7
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreechi sabdaneessummaa, tokkummaa fi walta’iinsa ummataa kan cimsuuda.
0
0
1
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreechi Hora Finfinnee haala duudhaa isaa eegeen Abbootii Gadaatiin hoogganamuun bariidhaa haala hawwataa ta’een ni kabajama. Yeroo ammaa hirmaattonni ayyaanichaa shubbisaa fi Waaqa galateeffachaa gara paarkii Hora Finifinnee seenaa jiru.
1
0
1
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Yeroo ammaa hirmaattonni ayyaanichaa shubbisaa fi Waaqa galateeffachaa gara paarkii Hora Finifinnee seenaa jiru. Irreechi sabdaneessummaa, tokkummaa fi walta’iinsa ummataa kan cimsuuda.Irreeffattoonni Hora Finfinnee gara paarkii Hora Finfinnee seenaa jiru *************
1
0
0
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreeffattoonni Hora Finfinnee gara paarkii Hora Finfinnee seenaa jiru ************* Irreechi Hora Finfinnee haala duudhaa isaa eegeen Abbootii Gadaatiin hoogganamuun bariidhaa haala hawwataa ta’een ni kabajama.
1
2
8
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreechi faajjii tokkummaa fi obbolummaati. Sabni Burjii jala bultii Irreechaa Hora Finfinneerratti hirmaataa jiru.
0
0
4
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Agarsiisa Diroonii, Jala Bultii Irreechaa! https://t.co/hBMhUAR8qy
Tweet card summary image
facebook.com
Agarsiisa Diroonii, Jala Bultii Irreechaa!
0
0
1
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Agarsiisa Diroonii, Jala Bultii Irreechaa!
0
4
13
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Tweet card summary image
facebook.com
0
0
0
@PMEthiopia
Office of the Prime Minister - Ethiopia
3 days
Urea Fertilizer Plant and Gode Oil Refinery - The Gode Oil Refinery will have a production capacity of 3.5 million tons per year, utilizing crude oil and condensate from the Hilala oil field. - The fertilizer plant, with a capacity of 3 million tons annually, will rely on
13
104
335
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreecha Ol Ka'iinsa Biyyaaf! Jala bultii Irreecha Hora Finfinnee, uffannaa, shubbisaa fi faaya aadaa hirmaattotaatiin miidhage.
1
7
24
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Baga jala bultii Irreecha Hora Finfinneef nagaan geessan!
0
0
0
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreecha Ol Ka'iinsa Biyyaaf! ***** Hirmaattonni ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee baranaa jala bultiitti simboo horaa jiru. Namoonni sirna kana qooddachuuf dhufan uffannaa aadaa Oromoo garaagaraan kuulamanii qe'ee bareechaa jiru.
3
9
29
@OromiaPParty
Oromia Prosperity Party / OPP /
3 days
Irreecha Ol Ka'iinsa Biyyaaf! ****** Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti keessummoota Kabaja Ayyaana Irreechaaf imalarra jiraniif simannaan taasifamaa jira.
0
5
23